Uncategorized

Tamsaasa fm mhaagj Bitootessa 17/2013

Waa’ee Araaxaa Seerrii  Maal jedha 1.1 Seensaa Qabenya Horachuun mirgoota Heera Mootummaa keessatti tarraa’an keessaa isa tokko yommuu ta’u qabeenya horachuun immoo dhimma akkaa salphaatti raawwatamu waan hin taaneef bu’aa bahii baay’ee fi dhamaatii guddaa kan barbaadudha. Gama biraatin immoo qabenyaa  namnii dadhabbii fi xaarii baay’en horate (argate) namoonni tokko tokko  immo  qabenyaa kana karaa …

Tamsaasa fm mhaagj Bitootessa 17/2013 Read More »

Lenjii hubannoo seeraa hawaasaaf qopha’ee.

Kabajamtoota daawwattotaafii hordoftoota website mana hojii abbaa alangaa godina jimmaa. Dura dursoo nagenyi kessan akkami jechun nagaa isiniittii dhaammanaa. Akkuma beeytan manni hojii abbaa alangaa godina jimmaa haala adda ta’eefi biyyaa Itiyoophiyaa fi naannoo oromiyaa kessatti hinbaramneen platfoormii interneetii fayyadamuun haawasa bal’aaf carraa hubannoo seeraa ittii argatu mijeessuu irratti carraaqii hammana hin jedhamnee taasisuttii jira. …

Lenjii hubannoo seeraa hawaasaaf qopha’ee. Read More »

Olmaa Dhadachaa.

Kana boda olmaa dhadachaa galmee barsisoo ta’an jalqabaa kaasee hanga xumura arganittii kan isinin genyuu ta’a. Har’a galmee AA Godina Jimmaatin MMOGJtti saaqamee isinif dhihesina. mhaagj