waagj wikipidiyaa irratt
https://en.wikipedia.org/wiki/User:Waagj_Jimmaa_Attorney
Legal documents
https://en.wikipedia.org/wiki/User:Waagj_Jimmaa_Attorney
Itti Gaafatamaan waajhira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kab. Obboo Sisay Eddessaa Abbootii Alangaa fi Hojjetoota Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa sadarkaa Aanaa, fi Godinaa jirtan maraaf akkasumas Hordoftoota Amantaa kiristaanaa taatan hundi keessan baga ayyaana Qillee kan bara 2014 tiin isin gahee jechaa Ayyaanni kun kan nagaa, kan milkii fi guddinaa akka isiniif ta’u hawwii …
Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa Read More »
Yaada Waligalaa Chaartarii lammiilee bu’uura Heera Mootumma kan qabu ta’ee, meeshaa jijjiiramaa lammii waliin walitti dhufeenya qabnu cimsuu fi sirna iftoominaa fi itti gaafatamummaa ittiin diriirsinuu fi cimsinu dha. Ummatni tajajila mana hojii keenya irraa argachuu qabu bifa argachuu qabuun yoo argachuu baate sirna komii itti dhiyeefatudha . Chaartariin lammiilee yemmuu qophaa’u sadarkaa kenna tajaajilaa …
Waajjiirri Abbaa Alangaa Godina Jimmaa har’a gaafa guyyaa 30/1/2014 marii waligalaa qophii karoora kurmaana 2ffaa maal akka fakkaatuu mari’atee. waajjirrii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa har’a gaafa guyyaa 30/1/2013 marii taasiiseen haanqinaafi ciminna karora kurmaana lamaffaa akka ademsaalee afranittii, akka garee fokaalpersanittii qophaa’aa jiruu maal akka fakkaatuufii sadarkaa maalii irraa akka jiruu adda baafachuufii kallattii gama …
Jemal Qumbii LL.B (Yunivarsiitii Addis Ababaa), Abbaa Seeraa Mana Murtii Ol’aanaa fi Leenjisaa Inistiitiyuutii Leenjii Ogeessota Qaamolee Haqaa fi Qo’annoo Seeraa Oromiyaa, I-meelii: jomo.roba@yahoo.com SeensaWalquunnamtiin seera duratti beekamtiin gaa’ilaa kennamuuf tokko bu’uura Seera Maatii Oromiyaa (amma booda SMO) boqonnaa 3ffaa keessatti tumameen sirnoota sadan keessaa karaa isa tokkootiin yoo raawwatame qofa akka ta’e tumamuun isaa …
since ethiopia ratifies the new york convention in parlament throu proclamation indeed it is inevitable to provide he convention by our web. On February 13, 2020, the Ethiopian parliament approved the ratification of the 1958 New York Convention on the Recognition and Enforcement of Foreign Arbitral Awards (the “Convention”). The Convention was adopted by the United Nations diplomatic conference on 10 June 1958 and entered into force on 7 June 1959. To date, 161 states have become parties to the Convention. Ethiopia signed the Convention early on but stalled the ratification for more than 60 years. The ratification of the Convention results in the legislation becoming an integral part of the law of the land. Further, the ratification comes at a time when Ethiopia is currently drafting a new and comprehensive domestic arbitration legislation whose advanced draft circulated for public consultation suggests that it is modeled after the United Nations Commission on International Trade Law (UNCITRAL) Model Law on Commericial Arbitration. In this issue of our legal update, we consider the substance of the Convention and the significance of its ratification by Ethiopia.