beksisaaf
Odessaa
Mannii Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Gamaggamaa Rawwii hojii bara 2013 fi karoora bara 2014 irrattii guyyota lamaaf taasiisaa turee har’a golabamee.
Odessaa
Manni hojii abbaa alangaa godina jimmaa gamaggama rawwii hoji bara 2013 fii karoora hojii bara 2014 gaggessaa jiraa.
Odeessa.
Odessaa.
====
Mannii Hojii abbaa alangaa godina gamaggamaa raawwii hojii bara 2013 irrattii marii gaggeessee.
=====
Gamaggama raawwii Hojii sadarkaa Naannootti gaggeeffameen Manneen Hojii Abbaa Alangaa Godinaalee hundaa keessaa Manni Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmas raawwii hojii gaarii galmeessisuun Sadarkaa lammaffaa bahee geeba badhaafamuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan abbotiin alangaa mana hojii godina jimmmaas har’a gaafa guyyaa 8/12/2013 raawwii hojii fi sadarkaa argamee irrattii mari’achuun ciminaafi hanqinaa adda baafatee bara hojii 2014ttii sadarkaa amma irra jiirruu ol akka ittii fiduu danda’amuu irrattii mari’ateeraa.
Baga Gammaddan Baga Gammanne
Mannii Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa gamaggamaa raawii hojii bara 2013 akka Abbaa Alangaa Waligala Oromiyaattii godhameen sadarkaa lammaffaa qabachuun isaa ibsameeraa. Sadarkaa kana qabachuu kennaaf ammoo gumaachii abbootiin alangaa godinaas ta’ee aanaalee hojjettootni deggarsaa mana hoji AA Godinichaas ta’e kan mannee hojii AA Aanaalee Qorattoonnii Polisii fi qaamooleen mana hojichaa walin qindoominaan hojetan martuu gumaacha ol’aanaa ta’e waan qabdaniif sadarkaan kuni sadarkaa kessaniis jechaa baga gammaddan baga gammannee isinin jeennaa. Bara hojii 2014 ttii ammoo haanqiinoota kenya foyyeessuufi cimina mana hojichaa ammoo daran guddisun sadrakaa kenya foyyeeffachuufi tajaajila mana hojii kenyaa si’omsuufi qaroomsuun dhaqabamumma hawaasa kenyaa sadrkaa ol’aanaa ta’eettii akka guddisuuf carraaqnu waadaa isinif galla.
Proposaalii Qo’annaa Hojimaata Garee Komniksehini MHAAGJ Si’awaa tasaisuuf Qophaahee.
Teknolojii fi interneetii fayyadamun haawasa gahomsuufi qaromsuu kessattii gahee qaamoolee seeraa; Barruu xiyyeffannoo addaa MHAAGJ irrattii taasifamee. Qophessaan: Hasen Mh. Hassen. Barruu garee komnikeshinii mana hojii abbaa alangaa Godina Jimmaatin qophaa’ee. Camsaa 2013 Jimmaa, Oromiyaa Abstract— yadrimee waligalaa jarraa 21 ffaa amma kessa jirruu kuni jaarraa qarominaafi jarraa adunyaan gara tokkomuuttii kan ittii dhuftee. kanaaf …
Proposaalii Qo’annaa Hojimaata Garee Komniksehini MHAAGJ Si’awaa tasaisuuf Qophaahee. Read More »
Mana Hojii AA God Jimmaattii Odeffannoo Adeemsa hoojii Dhimmota Hariiroo Haawasaa. Pdf
Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa
Lakk bilbilaa 0471118971/0471110484
በጅማ ዞን አቃቤ መስርያ ቤት
Adeemsaa Hojii Dhimmoota Hariiroo Hawaasa
የፍትሐብሔር ጉዳዮች የስራ ሂደት
Dhimmoonni Hariiroo Hawaasa dantaa ummataa fi manneen hojii mootummaa dhabbilee misoomaa mootummaa jaarmiyaalee ummataa namoota harka qalleeyyii ta’anii akka kabajamuuf labsii lakk 214/2011 bahe labsii lakk 236/2013 foyyaa’een bahee tumameera
Manni hojii Abbaa Alangaa fi caasaalee isaa sadarkaa sarkaan
– Manneen hojii mootummaa
– Dhaabbilee miisoomaa mootummaa
– Jaarmiyaalee ummataan
– Namoota harka qalleeyyii ta’ani deeggarsaa adda isaan barbaachisummaa keessummatiyyuu dubartoota da’immaan qaama miidhamtoota fi maanguddoota kan ta’aniif
1. Tajaajilaa gorsaa seera ni kennaa himannaa ni dhiyeessaa,gudduus ni lixaa deebii ni kennaa,dhorkii nu baasiisaa,ni falmaa,murtii ni raawwachiisa.
2. Wixinee waliigaltee manneen hojii mootummaa fi jaarmiyaalee ummataa ni gulaala ykn ni qopheessa
3. Waldiddaa yoo uumamee Addemsaa mala filannoo biroon hiikuu kuniis
Waldiddan manneen hojii mootiummaa gidduutti ykn mana hojii mootummaa fi nama/qaama biro giddutti yoo umamee dhimmichaa gara mana murtiitti dhiyeessuun duratti.
Waldiddan manneen hojii mootummaa giddutti ykn mana hojii mootummaa fi nama/qaama birpp gudduutti yoo umamamee dhimmichaa gara mana murtitti dhiyeessuun duraatti.
– Mala waliigaliinsaatiin (Negotiation)
– Mala waltaasiisuun ykn araaraatiin (mediation)
– Mala jaarsummaatiin (Arbitration)
Fayyadamuudhaan waldhabdeen akka hiikamuu taasiisuudha.
1.1 Ulaagalee qaamni tajaajila gorsa seera argachuu barbaaduu guutuu qabu
– Dhimmicharraa dantaa/mirgaa qabachuu isaa raga agarsiisuu dhiyaachuu qaba.
– Ragaa nama fi sanada dhimmichaa mirkaneessuu danda’uu dhiyaachuu qaba.
– Namni harkaa qalleessaa ta’e raga hiyyummaa mana murtii hawaasummaa gandarraa dhiyaachuu qaba
Dubartotni daa’immaan qaama miidhamtootni maanguddootni qabeenyaa qabaatanillee
– qabeenyichaarratti ajajuuf haala hin dandeenyee irra jiraatuu isaani raga agarsiisuu gandarraa yoo dhiyeetatan tajaajila argachuu ni danda’u
– Garuu gochaa yakkaatiin miidahaan qaama cimaan irra dhaqqabee ragaa hiyyumaa agarsiisuu dhiyeefachuuf hin dirqaman
1.2 Ulaagaalee wixinee waliigaltee manneen hojii mootummaa gulaaluu ykn qopheessuu ilaalchisee guutamuu qabu
– Waliigaltee manneen hojii mootummaa barreefaman qophaa’ee dhiyaachuu qaba.
– Qabiyyee waliigaltichaa ergama,kaayyoo aangoo fi gahee mana hojichaatiin waliitti hin buunee fi safuu hawaasa hin tuqinee ta’uu qaba.
– Ragaalee sandaa barabaachiisoo ta’anii hundaa waliin walqkabatee dhiyaachuu qaba.
– Waliigaltichii gulaalamuu ykn qophaa’ee laakkofsaa guyyaa mallattoo hoogganaa ykn I/A/hoggannaa fi caappaa mana hojichaa qabachuu qaba
1.3 Dirqama fi itti gaafatamummaa manneen hojii mootummaa jaarmiyaalee ummataa fi namootni harkaa qalleeyyii dhimmaa hariiroo hawaasarratti qaban
– Ragaa mana hojii A/A hojii jechaa gaafatee kamiyyuu dhiyeessuu qaban
– Qajeelfkama mana hojii Abbaa Alangaa irra hojiif jechaa kennamuu raawwachuu qaban
– Waraqaa waamichaa himatama (de/kennaa) fi raga nama dhaqqabsiisuu qaban
– Manneen hojii mootummaa deegarsaa konkolataa bobba’aa baasii adda addaa barbachiisuu fi
– Kaffalitti durgoo raga battoota baasii fi kasaraa falmii keessatti mudatuu hundaa haguuguu qaba.
– Namootni harka qalleeyyii ta’ani ilaalchisee kaffalitti abba seerummaa fi kasaraa murtee manni mjurtii garee abba mirgaatiif dhummarratti murteessuun alaati
– Baasii fi kasaara falmii keessatti muddamuu goonkumaa kaffaluu kan hin dandeenyee ta’ee yeroof mana hojii A/Alangaatiin haguugamee dhummarratti hundi isaa heerregamee kazeenaa mootummaatiin galii taasifama.
Hojiiwwan tajaajilaa A/Alangaa hin kenninee
– Dhaabbataa amantaa dhaabbataa siyaasaa yookiin paartii
– Dhaabbataa idila adduunyaa
– Afooshaa fi waldaa qabiyyee isaa aadaa fi amantaa ta’aniin alaatti
Galatoomaa
Dantaa Mootummaa fi Ummataa
waliin taanee Hakabachiifnuu
Carraaqqin kenya bu’aa buusuu jalqabaa jiraa baga gammanne.
baga gammaddan xaariin kessan bu’aa busaa jiraa.
App MM Aanaa kiramuu kana app store irraa download godhadhaa
APP kuni app Mana Murtii Aanaa Kiiramuu tin kan hojjetamee hawaasaf play store irrattii gadi lakkifamee dhaa. App kana download godhadhaa yaada kessaniis isaaniif keennaa hojii manneen murtii kenyaan hojjetamuu walif bekkamtii keennuu wal cimsuu qabnaa. Muxannos irraa fudhadhaa. MMurtii Ol’aanaa Godina Jimmaa Sisay wa’e app kanaa Mana murtii Aanaa Kiiramuu Manni murtii Aanaa Kiiramuu …
App MM Aanaa kiramuu kana app store irraa download godhadhaa Read More »