Barruu Hubannoo Seeraa.
Seeadmina yakkaa. Goodaansa Seeraan Alaa Yakka Da’immanifi Dubartoota irrattii raawwataman irrattii qo’annaan qophaahee. Barruu kana kan Qophessee. Abbaa alangaa Hasen Muhamedhusen Hasen. Boqonnaa Tokkoo Seensa Kaayyoofi Galma Barruu kanaa. 1.1. SeensaAkkuma beekkamuu hundeen ijaarsa biyyaas ta’e ijaarsa motumma biyya tokkoo ittiin bulmaata seera biyya saniti. Kana jechunis biyya tokkoo kessattii waan hundaa ol kan kabajamuu …